Filannoo Ameerikaa: Doonaaldi Tiraampi Filooriidaa iddoo mana jireenyaa isaanii irraa kaabinota haaraa muuda ajiru. Ministirri Dhimma Biyya Keessaa baqattoota seeraan alaa biyyaa baasa jedhan ...
BBC Afaan Oromoo YuoTube oduu, xiinxala, gaaffiifi deebii, seenaa dhuunfaa barsiisoo ta'an, dhimmoota wayitaawaa, saayinsiifi tekinooloojii, akkasumas fayyaa ilaalchisuun isiniif dhiyeessa.